Kabala Gabatee

Kabalii Gabatee , dalagaawwan isa ati yammuu gabateewwan waliin hojeechuudhaaf sibarbaachissu of keessaa qaba. Yammuu ati qaree gabatee keessatti siqsiitu mul'ata.

Gabatee

Gabate haaraa islaayidicha yookin fuulicha ammaa keessa saaga.

Sajoo

Gabatee

Akkaataa Sararaa

Kamshaa Akkaataa Sarara banuuf sajoo kana, iddoo akkaataa sarara handaaraa fooyyessuu dandeessutti cuqaasi.

Sajoo

Akkaataa Sararaa

Halluu Handaaraa

Sajoo Halluu Sarara (kan handaaraa) kamshaa Halluu Handaaraa banuuf, isa halluu handaara wantaa jijjiiruf si dandeessisu cuqaasi.

Sajoo

Halluu Sarara(kan handaaraa)

Handaara

Sajoo Handaarota kamshaa Handaarotaa banuuf, iddoo bal'ina handaara waraqaa ykn wantaa fooyyessuu dandeessa.

Sajoo

Handaarota

Area Style / Filling

Akaakuu guutaa fakkaasa wanta filatameef fayyadamuu barbaadde fili.

Man'eewwan Maki

Qabeentaa mandhee gabatee filamee gara mandhee tokkootti walitti maka.

sajoo

Mandheewwan Maki

Mandheewwan Adda Baasuu

Splits the cell or group of cells horizontally or vertically into the number of cells that you enter.

Sajoo

Mandheewwan Adda Baasuu

Guutola

Kamshaa faankishinoota guutola tarreewwanii fi tarjaaleef gabatee keessatti qabatu bani.

Sajoo

Optimize Size

Irra

Qabeentaa mandhee gara gubbaa mandheetti hiriirsa.

Surdala Handhuura

Qabeentaa mandhee gara gubbaa mandheetti hiriirsa.

Jala

Qabeentaa mandhee gara jala mandheetti hiriirsa.

Tarreewwan Saagi

Gabatee keessatti, tarreewwan tokko yk tokko chaalan saaga. Qaaqa (Gabatee - Saagu - Tarreewwan filachuun), kana banuun tarree tokko chaalan yk sajoo cuqaasuu kee dura, tarree tokko chaalan filachuun saaguu nidandeessa. Toftaan lamattaa, akka xabboon tarreewwan filatamaniitti, tarreewwan hojjaan saanii walfakkaatan saaga.

Sajoo

Tarree Saagi

Tarjaa Saagi

Filannoo booda, gabatee keessatti tarjaawwan tokko yk tokko chaalan saaga. Qaaqa (Table - Insert - Columnsfilachuun), kana banuun altokkoon tarjaawwan hedduu yk sajoo cuqaasuu kee dura, tarjaawwan tokko chaalan filachuun saaguu nidandeessa. Toftaan lamattaa, akka tarjaawwan filatamaniitti, tarjaawwan bal'ini saanii walfakkaatan saaga.

Sajoo

Tarjaa Saagi

Tarree Haqi

Gabaticha irraa, torraa(wwan) filatame haqa.

Sajoo

Tarree Haqi

Tarjaa Haqi

Gabatee irraa tarjaa(wwan) filataman haqa.

Sajoo

Tarjaa Haqi

Table Design

Opens the Table Design. Double-click a preview to format the table.

Icon

Table Design

Amalawwan Wantaa

Amaloota gabatee filamee, fakkeenyaaf, bocquuwwan, galteewwan bocquu, handarraalee, fi duubbee ifteessa.