Kabala Durtii

Kabalichi Durtii fayyadama LibreOffice hundumaa keessatti argama.

Haaraa

Galmee haaraa LibreOffice Uuma.

Sajoo

Haaraa

Faayilii Bani

Opens a local or remote file, or imports one.

Sajoo

Faayilii Bani

Olkaa'i

Galmeeammee olkaa'a yeroo galfata.

Sajoo

Olkaa'i

Akka...Olkaa'i

Saves the current document in a different location, or with a different file name or file type.

Sajoo

Akka ….olkaa'i

Galmee akka ergaa-Etti

Opens a new window in your default e-mail program with the current document as an attachment. The current file format is used. If the document is new and unsaved, the format specified in - Load/Save - General is used.

Sajoo

E-mail Document

Faayilii Gulaali

Sajoo Faayilii Gulaali haalata gulaallii kakaasuf ykn kaka'umsala fayyadami.

Sajoo

Faayilii Gulaalii

Ergaa-e akka DGHtti

Saves the current file to Portable Document Format (PDF) version 1.4. A PDF file can be viewed and printed on any platform with the original formatting intact, provided that supporting software is installed.

Sajoo

Akka PDF Sudaadan Alergi

Faayilii sududaan maxxansaa

qindoominoota maxxansa durtii ammee galmee kaka'aa wajjiin maxxansuuf Sajoo Faayilii sududaan maxxansi cuqaasi. Kunis kan argamu qaaqa Qindoomina Maxxansaa keessatti, kan nuti ajaja baafata Qindoomina Maxxansaa wajjiin waamuu dandeenyudha.

Sajoo

Faayilii Sududaan maxxansi

To'annaaqubeeffannoo

Checks the document or the current selection for spelling errors. If a grammar checking extension is installed, the dialog also checks for grammar errors.

Sajoo

Spelling

Too'ataaqubeeffannooofumaa Banaa/Dhaamaa

Ufmaan yeroo barreessitu qubeessuu mirkaneessa, akkasumas dogoggora jala sarara.

Sajoo

Automatic Spell Checking On/Off

Muri

Filannoo gara gabatee muraatti jalteessuu fi haqa.

Sajoo

Muri

Jalteessa

Filannoo gabatee muraatti jalteessa.

Sajoo

Garagalchi

Maxxansi

Inserts the contents of the clipboard at the location of the cursor, and replaces any selected text or objects.

Sajoo

Maxxansi

Dhangii birushii qalamaa

Garagalcha dhangii barruu ykn wanta akkasumas filannoo dhangii barruu ykn wanta birotti fayyadamuu dandeessa.

Sajoo Dhangii BurushiiqalamaaSajookamshaa Durtiiirra jiru cuqaasi.

Sajoo

Clone Formatting

Gaabbii

Reverses the last command or the last entry you typed. To select the command that you want to reverse, click the arrow next to the Undo icon on the Standard bar.

Sajoo

Gaabbi

Irradeebii

Reverses the action of the last Undo command. To select the Undo step that you want to reverse, click the arrow next to the Redo icon on the Standard bar.

Sajoo

Irradebi'i

Geessituu

Opens a dialog that enables you to create and edit hyperlinks.

Sajoo

Qaaqa Geessituu

Naannawaa

Sajoo Naannawaa Banaa/Cufaa jedhu cuqaasi Naannawaa dhoksuu ykn mul'isuuf.

Sajoo

Naanna'aa Bana/Dhaamaa

Teessuma Mul'annoo $ Guddisuu

Agarsiisaa argii LibreOffice xiqqeessa ykn guddisa. Dhimma guddisuu ammee akka gatii dhiibbeentaattikabala Haloojii agarsiisera.

Sajoo

Guddisi

Gargaarsa LibreOffice

Fayyadama ammaatiif fuula guumaa kan Gargaarsa LibreOffice bana. Fuulawwan Gargaarsa keessa marsuu nidandeessa, akkasuumas jechoota kasaa yk barruu kamiiyyu barbaaduu nidandeessa.

icon

Gargaarsa LibreOffice

Kun Maali

Hamma cuqaasa ittaanuuti, qajeelchawwan garagaarsaa babalkdhataa qaree hantuutteetti dandeessisa.

sajoo

Kun Maali

URL Fe'aa

URL saagameen galmee ifteessame fe'i. URL haaraa duraan galmaa'e barreessuu ykn filachuu ni dandeessa. LibreOffice ofummaaan karaa faayilii gara ibsa URLtti jijjiira.

Sajoo Qaxxee

Enable Load URL with the Visible Buttons command (right-click the toolbar).