Gingilchaa XML Akka Qarqabaatti Tamsaasuu

Dhangii qarqaba addaa fayyadamuun, gingilchaa XML fayyadamtoota hedduuf raabsuu ni dandeessa.

Gingilchaa XML akka qarqabaatti olkaa'uuf

Sajoo Yaaddannoo

Qaaqaan Qindaa'inoota Gingilchaa XML yeeroo galmeen barruu banaa ta'e qofaa jireessa.


  1. Barreessaa keessaa, Meeshaalee - Qindaa'inoota Gingilchaa XML filadhu.

  2. Gingilchaa tamsaasuu barbaaddu filadhuutii, Akka Qarqabaatti Olkaa'i cuqaasi.

Gingilchaa XML qarqaba irraa ijaaruuf

Sajoo Yaaddannoo

Qaaqaan Qindaa'inoota Gingilchaa XML yeeroo galmeen barruu banamu qofaa jireessa.


  1. Barreessaa keessaa, Meeshaalee - Qindaa'inoota Gingilchaa XML filadhu.

  2. Qarqaba Bani cuqaasiitii, faayilii qarqabaa gingilchituu ijaaruuf barbaadde fili.

Gingilchaa XML ijaaramee jiru haquuf

  1. Barreessaa keessaa, Meeshaalee - Qindaa'inoota Gingilchaa XML filadhu.

  2. Gingilchaa haquu barbaaddu filadhuutii Haqi Cuqaasi.