Gingilchaawwan XML Uumuu

Gingilchaa XML LibreOfficef uumuu

Yeeroo gingilchaa XML LibreOfficef uumtu, Wardii akkaataa XSLT kan gara dhangii faayilii XML Open Dokumentiitti fi open Dokumentii irraa jijjiiru saxaxuu qabda.

Sajoo Qaxxee

Odeeffannoo dabalataa wa'ee dhangii XML Open Dokumentii yoo barbaadde, gara http://xml.openoffice.org/ deemi.


Akkaataa LibreOffice galmee XML alaagde irratti fayyadamuuf yoo barbaadde, gingilchhaake waliin Qajojii dabaluu ni dandeessa.

Gingilchaa XML ta'e tokko Uumuuf

  1. Geeddarama XSLT wardii akkaataa kan maalimaawwan dhangii XML alaantoo irraa gara maalimaawwan dhangii faayilii XML Open Dokumentiitti barruyyeesse duubatti deebisu uumi.

  2. Yeeroo faayilii dhangii kanaa gara LibreOffice alaagdu, qajojii kan akkaataalee LibreOffice maalimaawwan ykn miseensota dhangii XML alaantoo keessatti ramadu uumi.

  3. Barreessaa LibreOffice keessatti, galmee barruu uumiti Meeshaalee - Qindaa'inoota Gingilchaa XML filadhu.

  4. Haaraa cuqaasi.

  5. Qaaqa Gingilchaa XML keessatti, caancala Waliigala cuqaasiti amaloota gingilchaa qindeessi.

  1. Caancala fuulaa geedarama irratti, geedarama amaloota gingilchaaf qindeessi.

  1. Click OK.

Gingilchaa XML ta'e tokko yaaluuf

Yaalii bu'uura ta'an gingilchaa XML mammiloo kan LibreOffice keessaa irratti hojechuu ni dandeessa.

Sajoo Yaaddannoo

Galmeen kuni yaaliiwwan kanaan hin jijjiramne.


  1. Galmee barruu bani ykn uumi.

  2. Meeshaalee - Qindaa'inoota Gingilchaa XML filadhu.

  3. Tarree gingilchaawwan keessaa, gingilchaa yaaluuf barbaaddu filadhuuti Yaalii XSLTs cuqaasi.

  4. Gingilchaa Alergii yaaluuf, iddoo qaaqa Alergii keessaa kan kanaan gadii keessaa waan tokko godhi:

  1. Gingilchaa Alaagi yaaluuf, Sakatta'i kan iddoo qaaqaa Alaagi keessaa cuqaasi, galmee filadhuuti Bani cuqaasi.