Galmeewwan Unka XML (XForms)

XForms akkaakuu saphaphuu haaraa kan firoomina saphaphuu addunyaa maraa tiin misoome dha. Akkayyaan XForm kan dheertoo afaan Markup (XML) tiin qindeessame. Akkayyaan kuni waan unki hojjetu fi waan unki fakkaatu ibsuuf kutaalee addaa fayyadama. Addaan-baafannoo XForms ilaaluu dandeessa: http://www.w3.org/MarkUp/Forms/.

XForm tiin Hojjechuu

LibreOffice keessatti, galmeen XForm akkaakuu addaa galmee barreessaati. Haalatan saxaxa kan galmee XForm kamshaalee fi heeratawwan dabalataa qaba.

Galmee XForm erga uumtee olkeessee booda, galmicha banuu, unka guutuu, fi jijjiiramoota kaadimaatti dabarsuu ni dandeessa.

Galmee XForm Haaraa Banuuf

  1. Faayilii - Haaraa - Glamee Unka XML fili.

    Foddaan saxaxa XForms galmee barreessaa duwwaa ta'e bana.

  2. Unka kee saxaaxi.

Galmee XForms Banuuf

Galmee XForms Gulaaluuf

Galmee XForms baniiti, kamshaalee fi foddaalee kanaan gadi fayyadami: