Amaloota Faayilii Mul'isuu

Amaloota faayilii, kan akka maqaa barreessaa, dhimma, fi jefuraawwan, galmeewwan kee akka taliiguu fi adda baasu gargaara. Akkasumas LibreOffice xiinannoo faayilii faana bu'a, lakkoofsa jechootaa fi lakkoofsa fuulota galmee keessaa dabalatee, akkasumas xiinannoo akka qaama amaloota faayiliitti ofumaan ida'a.

Amaloota faayilii kan galmee ammee mul'isuu ni dandeessa.

Amaloota faayilii kan galmee ammee mul'isuuf:

Fooyya'oota fi Ijaari Lakkoofsaa

Galmeewwan Ol kaa'uu