Haalata Saagii fi Haalata Irrabaa Gidduu Jijijjiiruu

Gabatee cuqoo tiin:

Haalata Saagii fi Haalata Irrabaa Gidduu ce'uuf Insert dhiibi. Haalataan ammee Kabala Haalojii irratti agarsiisama.

Hantuutee tiin:

Kabala Haalojii irratti, gara haalataa birootti jijjiiruuf naannoo isa haalata ammee agarsiisu irratti cuqaasi:

Ajajawwan gabatee cuqoo