Inserting Non-breaking Spaces, Hyphens and Soft Hyphens

Iddoowwan hincinnee

Yommuu iddoo jechoota lama gidduutti barreessitu sarara dhumaa irratti jechoota lama gargarbahuu irraa ittisuuf, dhiibi.

Sajoo Yaaddannoo

Calc keessa, iddoowwan hin cinne saaguu hin dandeessu.


Non-breaking hyphen

An example of a non-breaking hyphen is a company name such as A-Z. Obviously you would not want A- to appear at the end of a line and Z at the beginning of the next line. To solve this problem, press Shift+Ctrl+ minus sign. In other words, hold down the Shift and Ctrl keys and press the minus key.

Replacing hyphens by dashes

Mursaawwan dheeraa saaguuf, Meeshaalee - Dirqaleewwan OfiinSirreessaa- Dirqaleewwan the Mursaawwan bakka buusi filannoo (only on Windows systems) jalaa barbaaduu dandeessa. Filannoon kun haalota murtaa`aa en-dash ykn em-dash ykn (ilaali gargaarsa LibreOffice ) waliin mallattoo hir`isuu tokko ykn lama bakka buusa.

Dabalataan bakka buusuuf gabatee bakka buusaa Meshaalee - OfiinSirreessaa- Bakka Buusi jalaa ilaali. Kanneen biraa keessaa, qaxxaamura ofummaan, bocquu biroo keessatti mataasaa, mursaa gargaaramuun bakka buussuu damdeessa.

Soft hyphen

To support automatic hyphenation by entering a soft hyphen inside a word yourself, use the keys +minus sign. The word is separated at this position when it is at the end of the line, even if automatic hyphenation for this paragraph is switched off.

Arfiilee Addayaa

Mallattoo Dhaangi'aa