Fooyya`oota Galmee Walmadaalsisuu

Sajoo Yaaddannoo

Faankishiniin durargii LibreOffice keessatti galmeewwan barruu fi galmeewwan wardiif argama.


Wajjin barreessaa ykn keeddebistu tokko kan galmee xabboo barreeffamake gartooman akka qabduti yaadi. Guyyaa tokko garagalchoota galmeeke keeddebiitoota hundati ergita. Garagalcha gulaaluuf isaan gaafata akkasumas duubatti ergita.

Normally, the reviewers enable change tracking by Edit - Track Changes - Record and you can easily see the changes.

Osoo barreessaan tokko galmee kuusuu isaanii malee jijjiire, galmee jijjiirame galmee xabboo waliin walmadaalsisuu dandeessa.

  1. Open the reviewer's document and then choose Edit - Track Changes - Compare Document.

    Yeroo hundaa galmee haaraa banuudhaan jalqabi itti aansuudhaan galmee duraa galmee haaraa waliin walmadalsisi.

  2. Qaaqan filannoo faayilii mul`ata. Galmee xabboo duraa kee filuudhaan qaaqa dhugoomsi.

    LibreOffice galmeewwan lamaan gara galmee keeddeebistuuti maka. Keewwatni barruu hundi galmee keeddebistu keessatti uumamu garuu xabboodhaan akka saagameetti adda hin bahan, akkasumas keewwatoni barruu hundi keeddebistuutiin haqaman akka haqamati adda bahu.

  3. Saaguu fi haqama fudhuu ykn gatuu ni dandeessa. Dhumarratti galmee keeddeebistu akka xabboo haaraati maqaa haaraa waliin tarii olkaa`uu ni dandeessa.

Kuusuu fi agarsiisuu Jijjiirraa

Kuusuu Jijjiirraa

Jijjiirraa fudhuu ykn Gatuu

Makinsa Fooyya`oota

Taliigaa Fooyya`aa