Dhangeessa Dhangii Burushiidibduudhaan Galagalchuu

Meeshaa Dhangii Burushiidibduu fayyadamuun dhangeessa filmaata barruu ykn wantaa galagalchuu, akkasumas dhangessa sana filmaata baruu ykn wantaa biroof fayyadamuu ni dandeessa.

Sajoo Yaaddannoo

In Calc, the Clone Formatting tool only applies to cell formatting.


  1. Barruu ykn wanta dhangessa isaa galagalchuu barbaaddu fili.

  1. Kabala Waaltina irratti, sajoo Dhangii Burushiidibduu cuqaasi.

    Qarreen gara diba bukeetiitti jijjiirama.

    Sajoo Qaxxee

    Dhangeessa filannoo tokkoo ol ta'aaniif fayyadamuu yoo barbaadde, sajoo Dhangii Burushiidibduu lama cuqaasi Sajoo. Dhangeessa hundaa erga fayyadamtee booda, sajoo sana deebisii cuqaasi.


  2. Barruu(barreess keessaa) ykn wanta dhangii irratti fayyadamuu barbaaddu fili ykn cuqaasi.

Sajoo Qaxxee

Dhangeessa keewwataa qoqqobuuf, gadqabi yammuu cuqaastu. Dhangeessa arfii qoqqobuuf , +shift gadqabi yommuu cuqaastu.


The paragraph formats are the formats applied to the whole paragraph. The character formats are those applied to a portion of the paragraph. For example, if you apply the bold format to a whole paragraph the bold format is a paragraph format. Then if you unbold a portion of this paragraph, the bold format is still a paragraph format but the portion you unbold has a "not bold" character format.

Gabateen kana gadii amaloota dhangeessa Dhangii Burushiidibduun galagalchuu danda'u ibsa:

Akaakuu Filannoo

Yaada

Kan filatame hin jiru, garuu qareen keewwata barruu keessatti argamti

Dhangeessa keewwata ammee fi dhangeessa arfii kan arfii itti aanee jiruu gara kallattii yaa'insa barruutti galagalcha.

Barruun filameera

Dhangeessa arfii dhuma irratti filamee fi keewwata arfii sana ofkeessatti qabatee galagalcha.

Godayyaan filameera

Copies the frame attributes that are defined in Format - Frame and Object - Properties dialog. The contents, size, position, linking, hyperlinks, and macros in the frame are not copied.

Wantaan filameera

Dhangeessa wantaa kan qaaqawwan Dhangii - Saxaatoo ykn Dhangii - Wanta keessatti qindaa'an galagalcha. Qabeentoota, hammamtaa, qubannoo, geessitoota, fi maakroota kan wanta keessatti argaman hin galagalchaman.

Toowattuun unkaa filameera

Hin deegaramu

Wanti fakkasaa filameera

Amaloota dhangeessaa hunda galagalcha. Toleessaa fi Fakkasaa keessatti, qabeentoota barruu kan wantaa akkasumas ni galagalchama.

Text within Calc cells is selected

Hin deegaramu

Gabateen ykn man'eewwan barreessaa filamaniiru

Dhangeessa Gabatee, Yaa'insa Barruu, Handaaraalee, fi Duubbee caancala fuulotaa qaaqa Dhangii - Gabatee keessatti ifteessame galagalcha.

Gabatee ykn man'eewwan Calc filamaniiru

Dhangeessa qaaqa Dhangii - Man'eewwan keessatti ifteessame akkasumas dhangeessa qabeentoota man'ee galagalcha.