Gargaarsaaf Heerata Naanna'insaa Agarsiisuu

Foddaa Gargaarsaa keessatti, heerata naanna'insa akka barbaachisumaa isaatti agarsiisuu ykn dhoksuu ni dandeessa.

Sajoo

Kamshaa kan foddaaGaargaarsa irratti, heerata naanna'insaa agarsiisuuf ykn dhoksuuf sajoo harka bitaa irratti cuqaasi.

The Foddaa Gargaarsa LibreOffice