Firoomina Akaakuuwwan Galmee Maayikroosoofti Offisii jijjiiruu

Firoomina dheerattoota maqaa faayilii Maayikroosoofti Offisii jijjiruuf faayiloota LibreOffice ykn Maayikroosoofti Offisii keessatti banuuf Foddaawwan Maayikroosoofti fayyadamuu:

  1. Aloolaa Foddaawwanii keessa, akaakuu faayilii fayyadamaa biroof ramaduu barbaadde mirga cuqaasi.

  2. In the context menu, choose Open with - Choose another app.

  3. Tarree fayyadamtootaa keessaatti, sagantaa faayiloota akaakuu ammee banu fili. " Yeroo hunda sagantaa kana fayyadami" filatamu isaa hanqii ta'i.

    Yoo dhawatoonni kun akaakuu Maayikroosooftii Wiindoosii kee irratti hin dalagamne, Gargaarsa Maayikroosooftii Wiindoosii kee barbaadi ajajoota waldoonni faayilii akkamitti akka jijjiiramuf.