Akkaataalee Sarara Hiikuu

  1. Sarara fakkasa wantaa galmee keessaa fili.

  2. Dhangii - Sarara filaduutii Caancala Akaakuuwwan Sarara cuqaasi.

  3. Sarara filannoo barbaade ifteessi.

    Sajoo Yaaddannoo

    Sarara dheerinaa akka dhibbeentaa sarara bal`inaatti ifteessuuf, Bal'ina sararatti taasisi fili.


  4. Dabali cuqaasi.

  5. Akkaataa sararaf maqaa saagi itti aansuun TOLE cuqaasi.

    Sajoo Yaaddannoo

    Akkaataa sarara tarree mammiloo akkaataa sarara olkaa`uuf, sajoo Akkaataalee Sarara Olkaa`i cuqaasi.


  6. Qaaqa cufuuf TOLE cuqaasi.