Xumuroota Sarara Ibsuu

Wantii kamiyuu akka tarree xumuroota sarara ibsuu

  1. Wantaan akka sarara xumuraatti gargaaru uumuuf faankishinoota fakkasaa gargaarami.

  2. Wanta filadhuutii Dhangii - Sarara fili.

  3. Qaaqa keessa, Akkaataalee Xiyya cuqaasi.

  4. Dabali cuqaasuudhaan maqaa akkaataa xiyya haaraatti ramadi.

  5. Qaaqa cufuuf TOLE cuqaasi.