Qaamolee UNO haaraa gamteessuu
Saganteessitoonni qaamolee UNO/WCM(Universal Network Objects/Wantoota Cimdaa Marlaalaa) dhuunfaa isaani LibreOfficetti barrreessanii gamteessuu ni danda'u.Qaamolee haaraan sun baafataa fi kamshaawwan LibreOffice tti ida'amuu ni danda'u; "Moosaagii-xiqqaa" jennee isaan waamna.
Gamtaan qaamolee haaraa meeshaalee fi tajaajiloota muraasan deeggarama. Bal'inni Qajeelcha Oomishaa LibreOffice keessatti argamuu ni danda'a. Ejjatoowwan gurguddoo sadii akka armaan gadiiti:
-
Qaamolee haaraa LibreOffice keessaa galmeessi. Kuni meeshaa unopkg kan sagantaa {installpath}/ \ keessatti argamuu danda'u fayyadamuun bakkaan gahuun ni danda'ama.
-
Qaamolee haaraa akka tajaajilootaatti gamteessi. Tajaajilootni AolooQabdootni fi HojiiAjjeestonni si gargaaru; odeefannoo irra caalaan Qajeelcha Oomishaa LibreOffice irraa argamuu ni danda'a.
-
Walquunnama fayyadamaa(baafata yookiin kamshaawwan) jijjiiri. Kuni irra caalaa ofumaan faayilii barruu XML kan jijjiirama ibsu barreessuun hojjetamuu ni danda'a. Odeefannoo irra caalaan Qajeelcha Oomishaa LibreOffice irraa argamuu ni danda'a.
Moosaagii-xiqqaan dalagaa LibreOffice bal'isuu ni danda'a.Isaan Add-InsAdd-Ins kan Calc LibreOffice tiif dalagaalee haaraa kennutti hin hidhaman.