Galmeewwan dhangiiwwan birootiin ol kaa'aman banuu

Adeemsa armaan gadii fayyadamuun galmee dhangii kan birootiin olkaa'ame banuu ni dandeessa:

  1. Faayilii - Bani cuqaasi.

  2. Dhangii tarree Faayiloota gosa keessaa fili.

  3. Maqaa faayilii filiitii Bani cuqaasi.

If you always want the file dialogs to show another format by default, choose - Load/Save - General and select that format as Default file format.

Galmeewwan ukaankaa hunda jijjiiruu

Masaka, kan karaa dalagaa galmeewwan hunda Maykirosoft Woordii,ekseelii Maykirosoft yookiin Maykirosoft paawor poo'eentii irraa garakeessa galmeewwan dhangii faayilii GalmeeBanaatti garagalchuu fi jijjiiru si qajeelchu, bani. Galeeloo maddaa fi galtee filachuu, galmeewwan fi/yookiin qajoojilee jijjiiruufi jijjiiruu dhiisuu, fi kan caalaa dabalataan ifteessuu ni dandeessa.