Geessitoota Sadhaatawaa fi Haqaa

Yommuu geessitoota dabaltu, akkumsaan lama kontootti fudhatamuu qaba: ol kaa'uu irratti akka sadhaatawaatti yookiin akka haqaatti qindaa'uu isaanii, fi faayiliin jiraachuu fi jiraachuu baachuu.

Sajoo Ofegannoo

Yommuu hantuutee ke geessituu irra boqochiiftu, qacceen gargaartuu wabii haqaa agarsiifti, sababa LibreOffice iin gara keessaatii maqoota xurree haqaa fayyadamuuf. Xurree fi teessoo guutuun,faayiloota HTML akka "Barruu" tti fe'uudhaan yookiin gulaalaa barruutiin isa banuudhaan, yommuu firii alerguu HTML ilaaltu qofa ilaalamuu danda'u.


Geessitoota Gulaaluu