Gareewwaniin Hojjechuu

Wantoota saxaatoo hedduu gara gareetti akka wanta qeenxeetti isaan fayyadamuu dandeessutti walitti makuun ni danda'ama.

Wantoota garee keessaa hunda walumaan siiqsuu, geeddaruu, hammamtaa jijjiiruu, ciqilchuu, yookiin jijjiiruu ni dandeessa , fi tokkoo tokkoo wantootaa jijjiiruuf garee yeroo kamiyyuu galchuu ni dandeessa.

Amaloota(hammamtaa sararaa, halluu guuti, fi kkf) wantoota garee keessaa hunda walumaan jijjiiruu ni dandeessa, fi garee galchitee tokkoo tokkoo wantootaa jijjiiruu ni dandeessa.

Gareewwan gareewwan biroo keessatti gareewwan uumuuf walitti ta'uus ni danda'u.

Wantoota gurmeessuu

  1. Wantoota gurmeessuu barbaaddu wallitti fili. Yommuu tokkoo tokkoo wantootaa cuqaastu Shift gad qabi.

  2. Right-click any of the selected objects to open the context menu. In Calc or Writer, commands are in a submenu Group, while in Impress or Draw, they are at the toplevel of the context menu.

  3. Gulaali - Garagalchi fili.

    Sajoo Yaaddannoo

    Wantoota filachuuf, goodayyaa filannoo naannoo wantootaa harkisuus ni dandeessa.


Fakkeenyaaf, wantoota hunda asxaa kaampaanii keessaa siiqsuu fi hammamtaa asxaa akka wanta qeenxeetti jijjiiruuf gurmeessuu ni dandeessa.

Wantoota erga gurmeessitee booda, kutaa gareecha kamiyyuu filachuun waamara garee fila.

Garee galchuu

  1. Right-click any object of the group. In Calc or Writer, commands are in a submenu Group, while in Impress or Draw, they are at the toplevel of the context menu.

  2. Gulaali - Garagalchi fili.

  3. Amma wanta qeenxee gareecha keessaa filattee gulaaluu ni dandeessa.

Wantoota garee haalata kana keessaa gara gareetti yookiin garee irraa ida'uu yookiin haquu ni dandeessa.

Wantootni kutaa gareechaa hin taane halluuwwan golgolaa tiin agarsiifamu.

Garee keessaa bahuu

  1. Right-click any object of the group. In Calc or Writer, commands are in a submenu Group, while in Impress or Draw, they are at the toplevel of the context menu.

  2. Gulaali - Garagalchi fili.

Garee Fakkasaa yookiin Toleessaa keessaa bahuuf, bakka kamiyyuu aloo gareecha mirga cuqaasuuus ni dandeessa.

Garee garbaasuu

  1. Right-click any object of the group. In Calc or Writer, commands are in a submenu Group, while in Impress or Draw, they are at the toplevel of the context menu.

  2. Gulaali - Garagalchi fili.

Amma wantoota hundumaa akka tokkoo tokkoo wantootaatti filachuu fi gulaaluu ni dandeessa.