Hojbocquu Faayata Barruu Saxaatoof

Wantoota faayata barruu saxaatoo uumuuf Hojbocquu fayyadamuu ni dandeessa.

Wanta Hojbocquu uumuu

  1. Yommuu fakkasaa kamshaa arguu beette yookan hojbocquu, kamshaa dandeessisuuf Mul'annoo - Kamshaawwanii fili.

  2. Fakkaasaa irratti kamshaa yookan Hojbocquu kamshaa irratti, sajoo Hojbocquu Kuusa Fayaa cuqaaasi. Sajoo

  3. Qaaqa Kuusaa faayaa Hojbocquu keessaa, akkaataa Hojbocquu filiitii TOLE cuqaasi.

    The Fontwork object is inserted into your document. Fontwork objects are Custom Shapes. Using the 3D Settings toolbar, you can switch the view at any time from 2D to 3D and back.

  4. Haalata gulaaluu barruu galchuuf wanticha lama cuqaasi.

  5. Barruu Hojbocquu durtii barruu dhuunfaa keetiin bakka buusi.

  6. Haalata gulaaluu barruu keessaa bahuuf Esc dhiibi.

Wanta Hojbocquu gulaaluu

  1. Wanta Hojbocquu cuqaasi. Yoo wanti hojbocquun duubbee keessatti suuqame, gaqabde furtuu Ctrl yommuu cuqaastu.

    Kamshaan Hojbocquu ni agarsiifama. Yoo kamshaa Hojbocquu ilaaluu dadhabde, Mul'annoo - Kamshaawwan - Hojbocquu fili.

  2. Sajoo kamshaa Hojbocquu keessaa cuqaasi.

    Sajoowwan armaan gadii ni jiru:

Amaloowwan Hojbocquu irra caalaan gulaaluu

  1. Wanta Hojbocquu cuqaasi. Yoo wanti hojbocquun duubbee keessatti suuqame, gaqabde furtuu Ctrl yommuu cuqaastu.

  2. Kamshaa Amaloota Wanta Fakkasaa irraa amaloota filadhu.Yabbina sararaa, halluu sararaa, halluu guuti, akkaataa guuti, fi kanaaf kana kanfakkatuu jijjiiruu ni dandeessa.