Using Toolbars

Some toolbar icons, for example the Font Color icon, can open another toolbar. Click the arrow next to the icon to open a toolbar containing further icons.

You now have a choice: either click the icon that you want to activate, or seize the toolbar by its title bar and drag it while holding down the mouse button.

Halqara Kamshaawwanii

Kamshaawwan muraasni halqara irratti hirkachuun ofumaa banamu. Fakkeenyaaf, yommuu keessa gabatee galmee barruu keessaa cuqaastu, kamshaan gabatee ni banama. Yommuu keessa keewwata lakkoofsamee cuqaastu kamshaan Rasaasaalee fi Lakkaawwii ni banama.

Sajoo Ofegannoo

Toolbars are hidden by default when the Notebook bar is active.


Kamshaa Yeroodhaaf Cufuu

Sajoo kabala mataduree kamshaa cuqaasi, yookiin baafata halqaraa irraa Kamshaa Cufi fili. Yommuu halqarichi deebi'ee ka'u kamshaan ofumaan deebi'ee agarsiifama.

Kamshaa Turaalessaan Cufuu

Mul'annoo - Kamshaawwan filiitii mallattoo filannoo haquuf maqaa kamshichaa cuqaasi.

Kamshaa Cufame Agarsiisuuf

Kamshaa Kamshaa Bololi'aa Gochuu

Kamshaa Bololi'aa Deebisanii qabsiisuuf

Sajoo Yaaddannoo

Kamshaawwanii fi foddaawwan harkisanii kaa'uudhaan hidhuun qindaa'inoota taaligaa foddaa sirnaakee irratti hirkatu. Yommuu foddaa siiqsitu qabiyyeewwan foddaa guutummaatti agarsiisuuf sirnaakee dandeessisuu qabda, goodayyaa aloo qofa agarsiisuurra.