Akka Ergaa-e tti Galmeewwan Erguu

LibreOffice keessatti hojjechuun, galmicha ammaa akka miltoo ergaa-e tti erguu ni dandeessa.

  1. Choose File - Send - E-mail Document.

    LibreOffice sagantaa ergaa-e ke durtii bana.

  2. Sagantaa ergaa-e ke keessa, fudhataa, dhimma fi barruu kamiyyuu ida'uu barbaaddu galchiiti, achii ergaa-e cha ergi.

Sajoo Qaxxee

Haalan yoo ergaa-e fudhataatti erguu barbaadde kan masoojjii dhangii Galmee Banaa dubbisuu hin dandeenye qofa qabu, galmee ammee erguu dhangii qophaa'inaa yeroo hundaa keessatti.
Galmee barruu, Faayilii - Ergi - Galmee akka Maayikiroosoofti Woordii. Wardiidhaaf, Faayilii - Erguu - Galmee akka Maayikroosooft Ekseelii. Dhiyyeessadhaaf, Faayilii - Erguu - Galmee akka Maayikiroosooft Paaworpooyintii.
Yoo galmee akka faayilii dubbisqofa erguu barbaadde, Faayilii - Erguu - Galmee akka PDF.
Ajajni kun galmee ammee kee hin jijjiiru. Garagalchi ammaafii qofatu uumamee ergama.


Galmeewwan Ol kaa'uu