Naannoowwan Wardii gara Galmeewwan Barruutti Garagalchuu

  1. Galmee barruu fi wardiicha lameenuu bani.

  2. Naannoo wardii garagalchuu barbaadduu fili.

  3. Bakkicha filatameetti akeekiiti qabduu hantuutee dhiibi. Yeroo gabaabaaf qabduu hantuutee dhiibiti tursiiti, achii naannoocha garakeessa galmicha barruutti harkisi.

  4. Erga takkaa qareen bakka ati naannoo wardii galchuu barbaaddu teessifamee, qabduu hantuutee gad lakkisi. Naannoon wardii akka wanta OLE tti saagama.

  5. Yeroo kamiyyuutti wanta OLE filattee gulaaluu ni dandeessa.

  6. Wanta OLE gulaaluuf, isa irratti lama cuqaasi.

    Akka filmaataatti, wanta filiitii baafata halqaraa irraa Gulaali - Wanta - Gulaalifili yookiin Gulaali fili. Wanticha godayyaa dhuunfaa isaa galmicha barruu keessaa gulaali, garuu sajoowwanii fi ajajoota baafataa wardiiwwaniif barbaachisani ni argita.

  7. Wanticha OLE galmee maddaa banuuf Bani fili.

Galmee LibreOffice Keessaa Harkisanii Kaa'uu

Saxaatoo Galmeewwan Gidduu Garagalchuu

Kuusaa faayaa Irraa Saxaatoo Garagalchuu

Kuusaa Faayaatti Saxaatoo Ida'uu