Galmeewwan Ofumaan Ol kaa'uu

Yeroo halle galmee ol keessu faayilii dilbii uumuuf

  1. Choose - Load/Save - General.

  2. Yeroo hundumaa garagalcha dilbii uumi mallatteessi.

Yoo dirqalli Yeroo hundumaa garagalcha dilbii uumi filatame, yommuu faayilicha fooyya'aa ammaa ol keessu faayilichi fooyya'aa durii galoolee dilbii keessatti olkaa'ama.

Ofumaan odeeffannoo baffataa tokkoo tokkoon daqiiqota n tti ol kaa'uuf

  1. Choose - Load/Save - General.

  2. Adda addumma yeroo filiitiiBooda Odeefannoo OfumaaBaffataa ol kaa'i mallatteessi.

Ajajaan kun yommuu halakuu galmee ammaa bakka buusuuf odeeffannoo barbaachisaa ol kaa'a. Dabalataan, yommuu halakuu LibreOffice iin galmeewwan banaa hundaaf odeeffannoo OfumaaBaffataa ofumaa olkaa'uuf yaala, yoo danda'ameef.

Save As

- Load/Save - General

Meeshaa Gabaasa Dogongoraa