Ilaalcha Gubbaa Kuusdeetaa

Kuusaawwan deetaa LibreOffice keessaatiin Hojjechuu

Mul'annoo Madda Deetaa

Choose View - Data Sources or press + Shift + F4 keys to call the data source view from a text document or spreadsheet.

Gara bitaarraa Aloolaa madda deetaa arguu ni dandeessa. Yoo gabatee yookiin gaafataa achii filatte, qabiyyeewwan gabatee yookiin gaafata kanaa gara mirgaarraa argita. Madanni gubbaa Kabala Deetaa Gabatee dha.

Maddawwan Deetaa

Yaadannoo teessoo akka madda deetaatti

Qabiyyeewwan madda deetaa ilaaluu

Kabala baafataa faayilii kuusdeetaa

Unkootaa fi Gabaasota

Galmee unkaa haaraa uumi, to'annoowwan unkaa gulaali, Masaka Unkaa

Deetaa versus unka gulaaluu galchi

Masaka Gabaasaa

Gabaasota Kuusdeetaa Fayyadamuu fi Gulaaluu

Gaafattoota

Gaafata haaraa yookiin mul'annoo gabatee uumi, caasaa gaafataa gulaali

Masaka Gaafataa

Kuusaawwan galchi,gulaali fi garagalchi

Gabateewwan

Gabatee haaraa uumi, caasaa gabatee gulaali, kasaa, quunnamtiilee

Masaka Gabatee

Kuusaawwan galchi,gulaali fi garagalchi