Saxaxa Gabatee

Kutaan kun odeeffannoo waa'ee akkaataa itti gabatee kuusdeetaa haaraa mul'annoo saxaxaa keessatti uumuu of keessaa qaba.

Faayilicha kuusdeetaa kan kuusdeetaa bakkatti gabatee haaraa barbaaddu bani. SajooGabatee cuqaasi. Gabatee haaraa uumuuf Mul'annoo Saxaxaa keessatti Gabatee Uumi fili.

Mul'annoo Saxaxaa keessatti, gabatee keef amma dirreewwan uumuu ni dandeessa.

Sajoo Yaaddannoo

Tokkoo tokkon man'ee deetaa gosa dirree iftaa'etti walitti dhufoo tahe qofa fudhachuu danda'a. Fakkeenyaaf, dirree lakkofsaa keessa barruu galchuun hin danda'amu. Dirreewwan yaadannoo dhangii dBASE III keessaa faayiloota barruu keessaan-taaligaa'an kanneen barruu hanga 64KB baachuu danda'aniif wabiidha.


Tokko tokkoo dirreef dirqalaIbsa galchuu ni dandeessa. Barruun ibsaa matadureewwan tarjaa mul'annoo gabatee keessaa irratti akka qacceetti mul'ata.

Amaloota Dirree

Tokko tokkoo dirree deetaa filatameef amaloota galchi. Gosa kuusdeetaa irratti hundaa'uun, mijeessotni naqaa muraasni jiraachuu dhiisuu ni danda'u.

Sanduuqa Gatii durtii keessaa, kuusaa haaraa halleef qabiyyeewwan durtii galchi. Qabiyyeewwan kun booda gulaalamuu ni danda'u.

Sanduuqa Galfata barbaachisuu keessaa, dirreen duwwaa turuu fi turuu baachuu isaa ifteessi.

Sanduuqa Length tiif, sanduuqni makaa kan filannoowwan jiran laatu tarii agarsiifamuu ni danda'a.

Ilaalcha Gubbaa Kuusdeetaa