Gaafattootaan Hojjechuu

Yoo guyyaa tokko tokko cita tuutaa deetaa kee kan haala gingilchaatiin akkataa gaariitti hiikamuu danda'u qofa gahinsa gochuu barabaadda tahe, gaafataa hiikuu ni dandeessa. Kuni bu'uuraan bakka ilaalcha haaraa deetaa gingilchameef maqaadha. Gaafaticha baniiti deetaa ammaa hiikte teessuma gabatee keessaa ilaali.

Masakicha Gaafataatiin Gaafata Haaraa Uumuu

LibreOffice keessaa gaafata haaraa Masaka Gaafataa fayyadamuun uumuu ni dandeessa:

  1. Faayilicha kuusdeetaa bakka itti gaafaticha haaraa uumuu barbaaddu bani.

  2. Heerata bitaa foddicha kuusdeetaa keessaa, sajoo Gaafattoota cuqaasi.

  3. Gaafata Uumuuf Masaka Fayyadami cuqaasi.

Mul'anoo Saxaxaatiin Gaafata Haaraa Uummu

  1. Faayilicha kuusdeetaa bakka itti gaafaticha haaraa uumuu barbaaddu bani.

  2. Heerata bitaa foddicha kuusdeetaa keessaa, sajoo Gaafattoota cuqaasi.

  3. Mul'annoo Saxaxaa keessatti Gaafata Uumi cuqaasi.

Foddaa Saxaxaa Gaafata argita.