Kuusdeetaa Haaraa Uumuu

  1. Faayilii - Haaraa - Kuusdeetaa fili.

    Kuni Masaka Kuusdeetaa bakka faayilii kuusdeetaa haaraa uumtu bana.

  2. Masaka Kuusdeetaa keessaa,gosa kuusdeetaa filadhuutii dirqalicha Masaka Gabatee akka masaka itti aanuutti banuuf filadhu.

    Masaka Gabatee faayilicha kuusdeetaa haaraatti gabatee ida'uuf si fayyada.