Deetaa Galmeewwan Barruu Irraa Saaguu

Barruu gara keessaa gosoota galmee kan biroo kanneen akka wardiiwwanii fi dhiyeessotaatti saaguu ni dandeessa. Garagarummaan saagamuu barruuchaa garakeessa goodayyaa barruu, man'ee wardii, yookiin garakeessa toorii mul'annoo dhiyeessaa gidduu akka jiru hubadhu.

Sajoo

Dhangiicha akkaataa qabiyyeewwan gabatee muraa itti maxxanfaman filachuuf, kabalicha walti'ina irraa xiyyicha cinaa sajoo Maxxansa cuqaasi, yookiin Gulaali - Maxxansa Addaa filiitii, achii dhangiicha anjii fili.

Harkisuu fi Kaa'uun Fayyadamuun Barruu Garagalchuu

Wardiiwwan Irraa Deetaa Saaguu

Miseensota Fakkasaa Garakeessa Galmeewwan Birootti Garagalchuu