Makalluu Kabala Taattootti Ida'i

Karaa saxaatoo suurxiqqoo makalluu (iddoo halluuwwan durtii) kabala giraafii yookiin taattoo keessaatti ida'uu ni dandeessa:

  1. Taattoocha irratti lama cuqaasuun haalataa gulaallii galchi.

  2. Kabala kan walfaannee kabalaa gulaaluu barbaadde kamiyyuu irratti lama cuqaasi. Kaballi hundi walfaannee kanaa amma filatamaniiru.

    Yoo kabala tokko qofa gulaaluu barbaadde,kabala sana irratti ammas lama cuqaasi.

  3. Baafata halqaraa keessaa Amaloota Wantaa fili. Achii caancalaIddoofili.

  4. Suurxiqqoo irratti cuqaasi. Sanduuqicha tarree keessaa suurxiqqoo akka makalluu kabala amma filatamaniif filadhu. Qindeessicha fudhuufTOLE cuqaasi.