siiqqota taattoo gulaaluu

Siiqqota taattoo ati saagde sana gulaaluuf:

  1. Taattoocha irratti lama cuqaasi.

    Handaarri fajajaan naannoo taattoochaatti mul'atee kabalaan baafatichaa amma ajajoota wantoota taattoocha keessaa gulaaluuf of keessaa qaba.

  2. Dhangii - Siiqqee filitii, siiqqee (yookiin siiqqota)gulaaluu feete sana filadhu. Qaaqni ni mul'ata.

  3. Kutaalee jireessa keessaa filadhuutii jijjiirraa barbaachisu hojjedhu(fakkeenyaaf, safara siiqqeechaa fooyyessuu yoo barbaadde caancalaaSafara filadhu).

  4. TOLE cuqaasi. Galmee ke keessaa, haalataa taattoo gulaaluu keessaa bahuuf taattoocha alatti cuqaasi.