Man'eewwan Gabatee fi Gabateewwaniitif handaarota hiikuu

Akkaataa Handaara Durahiikamee Qindeessuu

  1. Man'eewwan gabatee kanneen fooyyeessuu barbaadde fili.

  2. Foddaa banuuf Handaarota sajoo irratti Gabateekamshaarraa (barreessaa) yookiin Sararaa fi Guutama kabalarraaHandaarota cuqaasi.

  3. Akkaataalee handaaraa durhiikaman keessaa tokko cuqaasi.

    Kuni dabala akkaataa filatame gara man'eewwan gabatee akkaataa handaaraa ammeetti. Akkaataalee handaaraa hunda qulqulleessuuf akkaataa handaaraa duwwaa gara gubbaa bitaa foddaa Handaarota fili.

Akkaataa Handaaraa Maamilaa'e Qindeessuu.

  1. Man'eewwan gabatee kanneen fooyyeessuu barbaadde fili.

  2. Choose Table - Properties - Borders (Writer) or Format - Cells - Borders (Calc).

  3. Teessuma waliinii keessati qarqara(oota) akka mul'atan barbaaddu iddooHiika Fayyadamaa keessaa fili. Filannoo qarqaraa jijijjiiruuf qarqara durargii keessaa irratti cuqaasi.

  4. If you select more than one row or column, you can change the middle lines between rows or columns. Select the middle markers in the User-defined area.

  5. Iddoo Sarara keessaa akkaataa handaara filatameef akkaataa sararaa fi halluu fili. Qindeessitoonni kuni sararoota handaaraa hundaa kanneen akkaataa handaara filatame keessatti dabalamaniif fayyada.

  6. Qarqara handaaraa kamuufuu dhawwatiiwwan dhumaa lama irra deebi'i.

  7. Select the distance between the border lines and the page contents in the Padding area.

  8. Jijjiiramoota fayyadamuufTOLE cuqaasi.