Saxaatoowwan yookiin halluuwwan duubbee fuulawwan keessaa qindeessuu(saxaatoo golgolaa'aa)

  1. Dhangii - Fuula fili.

  2. Fuula caancalaaDuubbee irratti, halluu duubbee yookiin saaxota duubbee fili.

    Sajoo Yaaddannoo

    Wardiiwwan keessatti duubbeen kun bakka fedhetti hin dhangeessaman man'eewwan duuba maxxansaa keessatti qofa mul'atu.