Aloolaa interneetii kessaa ti galmee too'annaa ActiveX agarsiisuu

Foddaawwan jalatti qofa, galmee LibreOffice kamiyyuu foddaa Aloolaa Inteerneetii Maaykiroosooftii keessaa arguu ni dandeessa. Sagantaa Qindeessaa LibreOffice keessatti to'annoo ActiveX ijaari.

To'annoo ActiveX ijaaruu

  1. LibreOffice fi Kaasaa Ariitii cufi.

  2. Kabala hojii foddaawwan irraa qabduu eegallii cuqaasi.Shanoo To'annoo fili.

  3. Qaama To'annaa keessaa, Sagantaalee Ida'uu yookiin Hir'isuu cuqaasi.

  4. Tarree keesaa, LibreOffice cuqaasi, achii Jijjiiricuqaasi.

  5. Masaka Ijaarsaa keessaa, Fooyyessifili.

  6. Galiinsa Qaamota Dirqalee bani achii galinsaTo'annoo ActiveX barbaadi. Baafata xiqqaa saajoochaa baniitii amala ijaaruuf fili.

  7. Itti aanaa fi Ijaarsa cuqaasi.

Galmeewwan LibreOffice arguu

  1. Fakkeenyaaf, Aloolaa Inteerneetii keessaa, fuula saphaphuu geessituu gara LibreOffice galmee barreessaa qabate sakkata'i.

  2. Galmee foddaa Aloolaa Inteerneetii keessaa arguuf geessituu cuqaasi.

    Faayilii baxxee jabaa keerra olkaa'uuf ammas geessituu cuqaasa-mirgaa gochuun waan hin oolle.

Galmeewwan LibreOffice gulaaluu

Galmeen LibreOffice Aloolaa Inteerneetii keessaa tuuta saajoowwan kamshaa dubbisi-duwwaa agarsiisa.

  1. Garagalcha galmee foddaa LibreOffice haaraa keessaa banuuf saajooFaayilii gulaalliikamshaa galmichaa keessaa cuqaasi.

  2. Garagalcha galmichaa gulaali.