Gaheenya LibreOffice keessatti
Amalootni gaheenyaa armaan gadii kutaaLibreOfficeti:
-
Deeggarsa mi'oota alaantoo fi fayyidaa isaa
-
Gabatee furtuutiin gahiinsa dalagawwan hundaa. Furtuuwwan gochaawwan hantuutee bakka bu'an LibreOffice Gargaarsa keessatti tarreeffamaniiru
-
Dubbifamuu fooyya'aa qabiyyeewwan argii
-
Irra-argii walquunnama fayyadamaa fuulawwan,saajoowwan fi galmeewwaniif guddisuu
The user interface is scalable through your Window Manageroperating system settings. The default font size for dialogs is 12pt, corresponding to a scale of 100%. You can also change the font size for dialogs in LibreOffice - PreferencesTools - Options - LibreOffice - View. The zoom factor of a document can be changed in View - Zoom, or by double-clicking the zoom factor displayed in the Status Bar.
Gargaarsi gaheenyaa meeshaalee gargaarsaa teeknooloojii waliin walquunnamuuf teeknoolojii Sun Microsystems Java irratti akka hundaa'u hubadhu. Kana jechuun eegalli sagantaa jalqabaa seekoondoota muraasaa fudhachuu danda'a, sababni isaas qeeyyaan Jaava yeroo ka'uumsaa akkaataa gaariitti jalqabamuu waan qabuuf.