Kamshaalee

Foddaa faayila kuusdeetaa keessaa, kamshaalee kanaa gadii argita.

Gabatee

Miseensota kuusdeetaa bani

Gabatee filame bana atis galmee itti galchuu,gulaaluu, ykn haquu dandeessa.

Gulaali

Gabatee filame bana kanaaf ati caasaa isaa jijjiiruu dandeessa.

Haqi

Gabatee filame haqa.

Maqaa jijjiri

Gabatee filame maqaa jijjiira.

Gaafata

Miseensota kuusdeetaa bani

Gaafata filame bana atis itti galchuu,gulaaluu, ykn haquu dandeessa.

Gulaali

Gaafata filame bana atis caasaa isaa jijjiiru dandeessa.

Haqi

Gaafata filame haqa.

Maqaa jijjiri

Gaafata filame maqaa jijjira.

Unkaalee

Miseensota kuusdeetaa bani

Unka filame bana atis itti galchuu,gulaaluu, ykn haquu dandeessa.

Gulaali

Unkaalee filaman bana atis teessuma isaa jijjiruu dandeessa.

Haqi

Unkaalee filaman haqi.

Maqaa jijjiri

Unkaalee filame maqaa jijjira.

Gabaasa

Miseensota kuusdeetaa bani

Gabaasa filame bana atis itti galchuu,gulaaluu, ykn haquu dandeessa.

Gulaali

Gabaasa filame bana kanaaf ati teessuma jijjiruu dandeessa.

Haqi

Gabaasa filame haqi.

Maqaa jijjiri

Gabaasa filame maqaa jijjira.