Masaka Gabatee - Gabatee Uumi

Erga masakni xumurame booda, maqaa gabateedhaaf galchiitii akka gabatee galchite fooyyeessuuf barbaadde ifteessi.

Maqaa Gabatee

Maqaa gabatee adda baasi.

Galaalee gabatee

Galaalee gabateef fili. (Kan jiraatu yoo kuusdeetaan galaalee gargaare qofa)

Gursa gabatee

Gursa gabateef fili. (Kan jiraatu yoo kuusdeetaan gursa gargaare qofa)

Saxaaxa gabatee haaromsi

Saxaaxa gabatee olkaa'uu fi gulaaluuf filadhu.

Yeruma sana itti galchi

Saxaaxa gabatee olkaa'uuf filadhu fi deetaa galchuuf gabatee bani.

Gabatee kana irrati hundaa'i unkaalee uumi

Gabatee kana irratti hundaa'i filadhu unka uumuuf. Unki qindaa'inoota barruu galmee dhuma irratti fayyadamne keessatti uumamu Unka Masakaa. dha.

Masaka Gabatee