Masaka Gabatee - Furtuu Dursaa sirreessi

Dirreen gabatee keessa jiru akka furtuu dursaatti fayyadamnu adda baasa

Furtuu dursaa uumi

Furtuu dursaa uumuuf filadhu. Tokkoon tokkoo galmee adda baasuuf furtuu dursaa kuusdeetaa hundatti ida'i. Sirna deetaa muraasaf LibreOffice, furtuun dursaa gabateewwan gulaaluf murteessaa dha.

Yeruma sana furtuu dursaa ida'i

Yeruma sana furtuu dursaa akka dirree dabalataatti ida'uuf fili.

Dirree dura ture akka furtuu dursaattii fayyadami

Dirree duraan jiru gatii addaa waliin akka furtuu dursaatti fayyadamuuf filadhu.

Maqaa dirree

Maqaa dirree fili.

Gatii Ofnaa

Ofumaan yeruma sana galchuuf fili fi tokkoon tokkoo galmee haaraaf gatii dirree dabalaa deemi. Kuusdeetaan ofiin of dabaluu gargaaruu qaba akka Gatii ofnaa fayyadamuu dandeenyuuf.

Furtuu dursaa dirreewwan adda addaatti fayyadami hiiki

Waliti qabaa dirreewwanii keessaa furtuu dursaa uumuuf filadhu.

Dirreewwan jireessa

Dirree filii cuqaasi > gara dirreewwan furtuu dursaatti dabaluu.

>

Click to move the selected field(s) to the box that the arrow is pointing to.

<

Click to move the selected field(s) to the box that the arrow is pointing to.

Dirreewwan furtuu dursaa

Dirree filii cuqaasi < to remove it from the list of primary key fields. The primary key is created as a concatenation of the fields in this list, from top to bottom.

Masaka Gabatee - Gabatee Uumi