Table Wizard - Set Types and Formats

Dirreewwan kee filamaniif odeeffannoo dirree adda baasi.

Dirreewwan filame

Odeeffannoo dirree gulaaluuf dirree filadhu.

^

Dirree filatamee galfata tokkoo ol tarriicha keessa sochoosuf cuqaasi.

v

Dirree filatamee galfata tokkoo gadi tarriicha keessa sochoosuf cuqaasi.

-

Tarree saanduuqaa keessaa dirree filaman haqi.

+

Tarree saanduqaa keessatti deetaa haaraa ida'i.

Odeeffannoo dirree

Maqaa dirree

Maqaa dirree deetaa filame agarsiisa. Yoo barbaadde,maqaa haaraa galchuu dandeessa.

Gosa Dirree

Gosa dirree filadhu.

Gatii Ofnaa

Yoo Eeyyee ta'e, the values for this data field are generated by the database engine.

Galfata Barbaadame

Yoo Eeyyee ta'e, dirreen kun duuwwaa ta'uu hin qabu.

Dheerina

Dirree deetaaf lakkoofsa arfiilee adda baasa.

Iddoo deesiimaalii

Dirree deetaaf lakkofsa iddoo deesiimaalii adda baasa. Filannoon kun kan jiraatu lakkofsaaf ykn deesiimaalii qofaaf jiraata.

Gatii durtii

Gatii durtii dirree Eeyyee/Lakki adda baasa.

Hima Ofnaa-dabalame

Adda baaftuu ajaja SQL akka madda deetaa ajajee itergaan dirree deetaa akka ofiin of dabaluuf galchi. Fakkeenyaaf, himni MySQL kanaa gadii AUTO_INCREMENT fayyadamee dirree"id" dabaluuf yeroo mara dirree deetaa uumuuf fayyada.

CREATE TABLE "table1" ("id" INTEGER AUTO_INCREMENT)

Fakkeenya kanaaf, isa AUTO_INCREMENT jedhu saanduqa himaa Ofna-dabalame jedhutti galchi.

Masaka Gabatee -Furtuu Dursaa Sirreessi