Masaka Gabatee-Dirreewwan Filadhu

Fakkeenya gabatee keenname irra dirree akka jalqabatti fayyadamii gabatee mataa keetii uumi.

Daldala

Gabatee daldala fakkeenyaa qofa ilaaluuf akaakuu daldalaa filadhu.

Dhuunfaa

Gabatee fakkeenyaa qofa ilaaluuf akaakuu dhuunfaa filadhu.

Gabateewwan fakeenyaa

Gabateewwan fakkeenyaa tokko filadhu. Gabatee sana gara tarree bitaa keessaa dirreeewwan filadhu san booda. Hanga dirreewwan hunda barbaaddu filtutti adeemsa kana itti fufi.

Dirreewwan argaman

Lists the names of the data base fields in the selected table or query. Click to select a field or hold down the Shift or the key while you click to select more than one field.

>

Click to move the selected field(s) to the box that the arrow is pointing to.

>>

Click to move all fields to the box that the arrow is pointing to.

<

Click to move the selected field(s) to the box that the arrow is pointing to.

<<

Click to move all fields to the box that the arrow is pointing to.

^

Dirree filatamee galfata tokkoo ol tarriicha keessa sochoosuf cuqaasi.

v

Dirree filatamee galfata tokkoo gadi tarriicha keessa sochoosuf cuqaasi.

Dirreewwan filame

Dirreewwan hunda gabatee haaraa keessatti qabaman hunda agarsiisa.

Masaka Gabatee - Gosaa fi Haala isaa sirreessi