Masaka Gabatee

Masakni Gabatee gabatee kuusdeetaa uumuuf si gargaara.

Masaka Gabatee-Dirreewwan Filadhu

Fakkeenya gabatee keenname irra dirree akka jalqabatti fayyadamii gabatee mataa keetii uumi.

Table Wizard - Set Types and Formats

Dirreewwan kee filamaniif odeeffannoo dirree adda baasi.

Masaka Gabatee - Furtuu Dursaa sirreessi

Dirreen gabatee keessa jiru akka furtuu dursaatti fayyadamnu adda baasa

Masaka Gabatee - Gabatee Uumi

Erga masakni xumurame booda, maqaa gabateedhaaf galchiitii akka gabatee galchite fooyyeessuuf barbaadde ifteessi.

Duuba

Filannoowwan qaaqa keessatti ejattoo duraa irratti uumaman mul'isi. Qabduun kun fuula lama irraa qofa kakkaafamuu danda'a.

Itti aanee

Qabduu itti aanee cuqaaasi, akkasumas masakichi haalataalee qaaqa ammee fayyadama sana booda gara eejjatoo itti aanutti fufa. Yoo eejattoo xumuraa irra jiraatte, qabduun kun Uumi ta'a.

Xumuri

Jijjiiramoota hunda fayyadami akkasumas masakiichaas cufa.

Dhiisi

Dhiisi cuqaasuun jijjiirama wrramee tokkolee osso olhinkaaiin qaaqa cufa.

Masaka Gabatee-Dirreewwan Filadhu