Masaka Gaafataa - Haalawwan Gurmeessuu

Specifies the conditions to group the query. The data source must support the SQL statement "Group by clauses" to enable this page of the Wizard.

Kan armaan gadii hundaa walitti firoomsi

Yaayaa AND fayyadamuun gaafata haalata hundaan gurmeessuuf filadhu.

Kan armaan gadii kamuu walitti firoomsi

Yaayaa OR fayyadamuun gaafata haalata kamuun gurmeessuuf filadhu.

Maqaa dirree

Haala gurmeessuuf maqaa dirree filadhu.

Haala

Haala gurmeessuu filadhu.

Gatii

Haala gurmeessuuf gatii galchi.

Masaka Gaafataa - Maqbiroowwan