Masaka Gaafataa - Bal'inaan ykn Goolaba

Gabaasawwan gaafataa hunda agarsiisuu fi dhiisuu ifteessa, ykn bu'aa faankishinii walitti qabaa qofa agarsiisa.

Yoo dirreewwan lakkoofsaa gaafata keessa jiraatan qofa fuulli kun argama(mul'ata) innis faankishinoota walitti qabaa akka fayyadamuu dandeenyu nu taasisa.

Gaafata gadifageenyan

Galmeewwan gaafataa hunda agarsiisuuf filadhu.

Gaafata goolaba

Bu'aa faankishinoota walitti qabaa qofa agarsiisuuf filadhu.

Dirree lakkoofsaaf faankishinii walitti qabaa fi maqaa dirree saanduqa tarree keessa jiruuf filadhu. Faankishinoota walitti qabaa hanga barbaadde galchuu dandeessa, to'annaa tarree hundaa keessatti tokko.

Faankishinii walitti qabaa

Faankishinii walitti qabaa filadhu.

Maqaa dirree

Maqaa dirree lakkoofsaa filadhu.

+

To'annaa tarree haaraawaa irratti maxxansa(suta).

-

To'annaa tarree isa dhumaa haxaawa.

Masaka Gaafataa - Gurmeessuu