Masaka Gaafataa - Haalata Barbaachaa

Gaafata gingilchuuf haalata barbaachaa adda baasa.

Kan armaan gadii hundaa walitti firoomsi

Yaayaa AND fayyadamuun gaafata haalata hundaan gingilchuuf filadhu.

Kan armaan gadii kamuu walitti firoomsi

Yaayaa OR fayyadamuun gaafata haalata kamuun gingilchuuf filadhu.

Dirree

Haala gingilchuuf maqaa dirree filadhu.

Haala

Gingilchuudhaaf haala filadhu.

Gatii

Haala gingilchuuf gatii galchi.

Masaka Gaafataa - Bal'inaan ykn Goolaba