Masaka Gaafataa - Tartiiba Fooyinsaa

Galmeewwan deetaa gaafata kee keessa jiran tartiiba fooyinsaa adda baasa.

Ittiin tartiiba qabsiisi

Dirree kamiin gaafatni uumame akka fo'ame adda baasa.

Olee

Qubeedhaan ykn lakkoofsan tartiiba oleen fo'uuf cuqaasi.

Gadee

Qubeedhaan ykn lakkoofsan tartiiba gadeen fo'uuf cuqaasi.

Fi san booda dhaan

Yoo dirreewwan fooyinsa duraa walqixa ta'an, dirreewwan dabalataa gaafatni uumame itti fo'ame adda baasa.

Masaka Gaafataa - Haalata Barbaachaa