Masaka Gaafataa

Masakni Gaafataa saxaaxa gaafata kuusdeetaaf si gargaara. Gaafatni olkaa'ame kan waamamu , GUI irraa, ykn ajaja afaan SQL battaluma uumame fayyadamuuni.

Masaka Gaafataa - Filannaa Dirree

Gaafata uumuuf gabatee ifteessa, dabalataan gaafata keessatti dirreewwan kam akka qabuu barbaadde ifteessa.

Masaka Gaafataa - Tartiiba Fooyinsaa

Galmeewwan deetaa gaafata kee keessa jiran tartiiba fooyinsaa adda baasa.

Masaka Gaafataa - Haalata Barbaachaa

Gaafata gingilchuuf haalata barbaachaa adda baasa.

Masaka Gaafataa - Bal'inaan ykn Goolaba

Gabaasawwan gaafataa hunda agarsiisuu fi dhiisuu ifteessa, ykn bu'aa faankishinii walitti qabaa qofa agarsiisa.

Yoo dirreewwan lakkoofsaa gaafata keessa jiraatan qofa fuulli kun argama(mul'ata) innis faankishinoota walitti qabaa akka fayyadamuu dandeenyu nu taasisa.

Masaka Gaafataa - Gurmeessuu

Specifies whether to group the query. The data source must support the SQL statement "Group by clauses" to enable this page of the Wizard.

Masaka Gaafataa - Haalawwan Gurmeessuu

Specifies the conditions to group the query. The data source must support the SQL statement "Group by clauses" to enable this page of the Wizard.

Masaka Gaafataa - Maqbiroowwan

Maqbiroowwan gara maqaalee dirreetti moggaasa. Maqbiroowwan filannoo dha, fi maqaalee beekkamoo hedduu kennuu, kan iddoo dirree bakka bu'anii argamuu danda'an. Fakkeenyaaf, maqbiroon dirreen gabateewwan adda addaa maqaa walfakkatu qabaataniif fayyada.

Masaka Gaafataa - Ilaalcha gubbaa

Maqaa gaafata galchi, erga masakni dhumee booda agarsiiuu ykn fooyyeessuu akka barbaadde adda baasa.

Duuba

Filannoowwan qaaqa keessatti ejattoo duraa irratti uumaman mul'isi. Qabduun kun fuula lama irraa qofa kakkaafamuu danda'a.

Itti aanee

Qabduu itti aanee cuqaaasi, akkasumas masakichi haalataalee qaaqa ammee fayyadama sana booda gara eejjatoo itti aanutti fufa. Yoo eejattoo xumuraa irra jiraatte, qabduun kun Uumi ta'a.

Xumuri

Jijjiiramoota hunda fayyadami akkasumas masakiichaas cufa.

Dhiisi

Dhiisi cuqaasuun jijjiirama wrramee tokkolee osso olhinkaaiin qaaqa cufa.

Masaka Gaafataa - Filannaa Dirree