Meeshaalee

Baafata Meeshaalee foddaa kuusdeetaa.

Walquunnamtiilee

Isa mul'annooSaxaaxa Quunnamtii bana fi walindhaan kuusdeetaa akka quunnamtii gargaaru mirkaneessa.

To'annaa Fayyadamaa

Kuusdeetaan amala kana ni gargaara ta'e qaaqa bulchaa fayyadamaa bana.

Gingilchaa Gabatee

Qaaqa Gabatee Gingilchi jedhu bana, innis iddoo ati gabatee isa kamtu kuusdeetaa agarsiisuuf ykn dhoksuuf akka ta'e ifteessa.

Tarree Gingilchaa keessatti gabatee gingilchuu barbaadde filadhu.

Sadarkaan yoo gabatee isa baay'ee gubbaa filatte, gabateewwan hundi sadarkaadhaan filatamu.

Sadarkaan yoo gabatee isa gadi aanuu filatte, gabateewwan isaa olitti sadarkaan argaman hin filaman.

SQL

Iddoo hima SQL galchuu dandeessutti qaaqa SQL bana.