Olkaa'i

Qaaqa kana keessatti, bakkaa fi maqaa unkaa kanfaayila kuusdeetaakeessatti olkaa'ame ifteessa. Akkuma unka yeroo jalqabaaf olkaa'ameen qaaqni kun battaluma banama.

Galeeloo Haaraa Uuma

Faayila kuusdeetaa keessatti ukaankaa haaraa uumuuf cuqaasi.

Olee Sadarkaa Tokko

Sadarkaa tokko ol ba'uuf irranaa ukaankaa cuqaasi.

Maqaa Faayilaa

Unka olkaa'ameef maqaa faayilaa galchi.

Olkaa'i

Unka faayila kuusdeetaa keessatti olkaa'uuf cuqaasi.