Faayila

Faayila baafata foddaa kuusdeetaa. galfata kuusdeetaaf adda bahan qofatu tarreeffama.

Olkaa'i

Faayila, gaafata, unka, ykn gabaasa kuusdeetaa ammee olkaa'a. Faayila kuusdeetaaf, qaaqa faayila olkaa'ijedhu ni agarta. Wanta biraaf, qaaqa Olkaa'i jedhu agarta.

Akka olkaa'i

Faayila kuusdeetaa ammee maqaa biroon olkaa'a. Qaaqa faayila olkaa'i keessatti, olkaa'uuf xurree fi maqaa faayila filadhu.

Alerguu

Gabaasa ykn unka filame gara galmee barruutti alerga. Yeroo alerguu gabaasni jijjiiraman kan alergamu akka garagalcha qabeentaa kuusdeetaatti dha.

Ergi

Baafata xiqqaa bana.

E-mail Document

Ergaa-e erguuf fayyadama ergaa-e durtii bana. Faayilli kuusdeetaa ammee akka miiltootti miilteessu ta'a. Dhimma ergaa, fudhataa ergaa, fi qaama ergaa galchuu dandeessa.

Gabaasa akka Ergaa-e tti

Ergaa-e erguuf fayyadama ergaa-e durtii bana. Gabaasni filame akka miiltootti miilteessu ta'a. Dhimma ergaa, fudhataa ergaa, fi qaama ergaa galchuu dandeessa. Yeroo alerguu gabaasni jijjiiraman kan alergamu akka garagalcha qabeentaa kuusdeetaatti dha.

Gabaasa gara Galmee Barruutti

Gabaasa filame gara galmee barruutti alerga. Yeroo alerguu gabaasni jijjiiraman kan alergamu akka garagalcha qabeentaa kuusdeetaatti dha.