Gulaali

Foddaa kuusdeetaa baafata gulaali.

Garagalchi

Copies the selected object to the clipboard.

Maxxansi

Murgaa irraa wanta itti galcha. Yoo barbaadde, uunkaalee fi gabaasaawwan ukaankaa xiqqaa dabalatee faayila kuusdeetaa tokkoorraa garan kan birootti galchuu dandeessa.

Maxxansa Addaa

Murgaa irraa wanta itti galcha. Yoo barbaadde, uunkaalee fi gabaasaawwan ukaankaa xiqqaa dabalatee faayila kuusdeetaa tokkoorraa garan kan birootti galchuu dandeessa.

Gulaali

Foddaa iddoo itti gabatee, gaafata, unka, ykn gabaasa filaman bana.

Haqi

Gabatee, gaafata, unka, ykn gabaasa filame haqa.

Maqaa jijjiri

Wanta filame lama moggasa. Kuusdeetaa irratti hundaa'uun, maqaan tokko tokko, arfiileen, fi dheerinni maqaa kan hin danda'amne ta'uu danda'a.

Bani

Wanta filame iddoo dhuma itti kuufamee keessaa bana.

Akka Mul'annootti Uumii

Gaafata filame gara mul'annootti jijjiira. Gaafatni inni jalqabaa faayila kuusdeetaa kee keessatti hafa fi mul'annoon dabalataa kaadhima kuusdeetaa irratti uumama. Kuusdeetaatti mul'annoo dabaluuf heeyyama barreessuu qabaachuu qabda.

Sajoo Yaaddannoo

Kuusdeetaa baay'een gaafatatti fayyadamee gingilcha ykn gabateewwan kuusdeetaa tartiiba qabsiisee kompitara kee irratti kuusawwan agarsiisu.Mul'annoon akkuma gaafataa dalagaa walfakkaatu kenna,garuu gara kaadhimaatiin.


Unka Masaka

Gabatee, gaafata, ykn mul'annoo filamanUnka Masakaa jalqabsiisu

Masaka Gabaasi

Gabatee, gaafata, ykn mul'annoo filaman Masaka Gabaasaa jalqabsiisu.

Hundaa Fili

Gara jala foddaa kuusdeetaa irraa galfata hunda ukaankaa xiqqaa dabalatee fila.

Kuusdeetaa

Baafata xiqqaa bana.

Amaloota

Qaaqa amaloota kuusdeetaa bana.

Gosa Walindhaa

Gosa Walindhaa Masakaa bana.

Amaloota Ol'aanaa

Qaaqa Amaloota Addaa bana.