Kuusdeetaa as keessaa fayyadamuu LibreOffice Base

LibreOffice Base keessatti, faayilii kuusdeetaa keessatti dhanga'ii adda addaatiin kuufamaniif deetaa argachuu ni dandeenya. LibreOffice Base dhanga'ii faayilii baakkuu kuusdeetaa tokko ni gargaara, kan akka dhangii dBASE. Kuusdeetaa alaantotti walquunaamsiisuuf LibreOffice Base fayyadamuu dandeessa, kan akka kuusdeetaa MySQL ykn Oraakilii irraa.

Akaakuuwwan kuusdeetaa kanaa gadii LibreOffice Base keessatti akaakuu dubbiqofaa dha. LibreOffice Base keessaa caasaa kuusdeetaa jijjiiruun ykn gulaaluun, galchuun, fi galmeewwan kuusdeetaa gosoota kuusdeetaa kanaaf haquun hin danda'amu:

Kuusdeetaa LibreOffice jiru fayyadamuun

Masakaan Kuusdeetaafaayila kuusdeeta uumuu fi kuusdeetaa haaraa LibreOffice keessatti galmeessuuf si fayyada.

Sajoo Yaaddannoo

Faayilli kuusdeetaa gaafatoota, gabaasawwan, fi unkaalee kuusdeetaaf akkasumas iddoo galmeen itti kuufame kuusdeetaan walitti hidhuuf. Dhangeeessuunis faayila kuusdeetaa keessatti kuufama.